LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, ani saba isaan tajaajiluuf jiran sana irratti nan murteessa;+ sana booda isaan miʼawwan hedduu fudhatanii achi keessaa ni baʼu.+

  • Baʼuu 3:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Anis sabni kun warra Gibxii duratti ulfina akka argatu nan godha; isinis yommuu deemtan, matumaa harka duwwaa hin baatan.+

  • Baʼuu 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Dhiironnii fi dubartoonni hundi olloota isaanii irraa faayawwan meetii fi warqii akka gaafatan sabichatti himi.”+

  • Faarfannaa 105:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Sabni isaa meetii fi warqii fudhatanii akka baʼan godhe;+

      Gosoota isaanii keessaa kan gufate tokko illee hin turre.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi