LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Yihowaan harka jabaadhaan asii waan isin baaseef,+ isin guyyaa biyya Gibxiitii, mana garbummaa jalaa itti baatan kana yaadadhaa.+ Kanaafuu, wanti raacitii qabu kam iyyuu nyaatamuu hin qabu.

  • Baʼuu 34:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Dhiiga aarsaa taʼee anaaf dhihaatu wanta raacitii qabu akkamii iyyuu wajjin hin dhiheessin.+ Aarsaan ayyaana Faasikaa irratti dhihaatu hamma ganamaatti turuu hin qabu.+

  • Keessa Deebii 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wanta raacitii qabu akkamii iyyuu isaa wajjin hin nyaatin;+ ati biyya Gibxii keessaa kan baate ariitiidhaan waan taʼeef,+ guyyaa torbaaf maxinoo, jechuunis maxinoo rakkinaa nyaadhu. Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baate akka yaadattuuf bara jireenyaa kee hundumaatti akkana godhi.+

  • 1 Qorontos 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, raacitii moofaadhaan yookiin raacitii hamminaa fi raacitii cubbuutiin utuu hin taʼin, maxinoo raacitii hin qabne isa qulqulluu fi dhugaa taʼeen ayyaanicha haa kabajnu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi