LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 8:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Guyyaa sanatti ani dhugumaan biyya Gooshen isa sabni koo keessa jiraatan sana addaan nan baasa. Achi keessa qarxaasaan hin jiraatu;+ kanaanis isin ani Yihowaan biyyattii keessa akkan jiru ni beektu.+

  • Baʼuu 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yihowaan dhugumaan horiiwwan Israaʼelii fi horiiwwan Gibxii gidduutti garaa garummaan akka jiraatu ni godha; wanta kan Israaʼelotaa taʼe keessaa homtuu hin duʼu.”’”+

  • Baʼuu 9:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Cabbiin biyya Gooshen isa Israaʼelonni keessa jiran qofa keessatti utuu hin buʼin hafe.+

  • Baʼuu 10:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isaanis wal arguu hin dandaʼan turan; tokkoon isaanii illee guyyaa sadiif bakka jiran irraa kaʼuu hin dandeenye; Israaʼelonni hundi garuu bakka jireenyaa isaaniitti ifa ni argatu turan.+

  • Baʼuu 11:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, Yihowaan warra Gibxii fi Israaʼelota gidduu garaa garummaan akka jiraatu gochuu akka dandaʼu akka beektaniif, Israaʼelotatti, namoota isaaniitti yookiin horiiwwan isaaniitti sareen illee hin duttu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi