- 
	                        
            
            Uumama 32:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Sana booda Yaaqoob akkana jedhe: “Waaqa abbaa kootii Abrahaamii fi Waaqa abbaa kootii Yisihaaq kan taate yaa Yihowaa, ati, ‘Gara biyya keettii fi gara firoottan keetti deebiʼi; anis sin eebbisa’ naan jetteetta;+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hojii Ergamootaa 7:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 ‘Ani Waaqa abbootii kee, Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoobi.’+ Museen hollachuu waan jalqabeef, haala sana caalaatti qorachuuf hin onnanne.
 
 -