Lakkoofsa 16:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Qoraan balbala dunkaana walgaʼii duratti deggertoota+ isaa yommuu isaan irratti walitti qabu, ulfinni Yihowaa guutummaa yaaʼichaatti mulʼate.+ Lakkoofsa 16:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Achiis ibiddi Yihowaa biraa baʼee+ namoota 250 warra ixaana aarsaa turan sana ni nyaate.+
19 Qoraan balbala dunkaana walgaʼii duratti deggertoota+ isaa yommuu isaan irratti walitti qabu, ulfinni Yihowaa guutummaa yaaʼichaatti mulʼate.+