Iyyoob 23:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni yeroo kutatee kaʼu, eenyutu isa mormuu dandaʼa?+ Inni* wanta gochuu barbaadu ni raawwata.+ Isaayyaas 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan Gooftaan Raayyaa murteesseera,Eenyutu fashaleessuu dandaʼa?+ Harki isaa diriirfameera,Eenyutu duubatti deebisuu dandaʼa?+ Yohaannis 12:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.
27 Yihowaan Gooftaan Raayyaa murteesseera,Eenyutu fashaleessuu dandaʼa?+ Harki isaa diriirfameera,Eenyutu duubatti deebisuu dandaʼa?+
28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.