LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 33:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Murtoon* Yihowaa garuu bara baraaf jabaatee dhaabbata;+

      Wanti inni garaa isaatti yaade dhalootaa hamma dhalootaatti jiraata.

  • Fakkeenya 19:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Karoorri garaa namaa keessa jiru hedduu dha,

      Jabaatee kan dhaabbatu garuu gorsa* Yihowaa ti.+

  • Fakkeenya 21:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ogummaan, hubannaan yookiin gorsi Yihowaa mormu gatii hin qabu.+

  • Isaayyaas 46:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani baha biiftuu* irraa allaattii adamsee nyaatu,+

      Biyya fagoo irraas nama murtoo* koo raawwatu nan waama.+

      Dubbadheera, fiixaan nan baasa.

      Kaayyeffadheera, nan raawwadhas.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi