LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 18:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Museen guutummaa Israaʼel keessaa namoota gaʼumsa qaban filatee ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa fi ajajjoota kudhanii godhee sabicha irratti isaan muude. 26 Kanaafuu, yommuu dhimmi tokko kaʼu isaan sabichaaf murtii ni kennu turan. Dhimma ulfaataa taʼe gara Museetti fidu turan;+ dhimma salphaa taʼe hundumaa garuu isaantu murteessa ture.

  • Keessa Deebii 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Magaalota* Waaqni kee Yihowaan siif kennu hundumaa keessatti tokkoon tokkoon gosaatiif abbootii murtii+ fi geggeessitoota muudi; isaanis sabichaaf murtii qajeelaa kennuu qabu.

  • Keessa Deebii 17:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Magaalota kee keessaa isa tokko keessatti dhimmi murtii itti kennuuf baayʼee sitti ulfaatu tokko yoo kaʼe, dhimmichis dhiiga dhangalaasuu+ yookiin dhimma seeraa wajjin wal qabate yookiin hammina raawwatame yookiin dhimma falmisiisaa kan biraa yoo taʼe, kaʼiitii gara bakka Waaqni kee Yihowaan filatuu dhaqi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi