LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 37:6-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Warqii qulqulluu irraa qadaada ni tolche.+ Qadaadichi dheerinni isaa dhundhuma lamaa fi walakkaa, dalgi isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+ 7 Achiis warqii tumame irraa kiruubelota+ lama tolchee fiixee lamaan qadaadichaa irra isaan kaaʼe.+ 8 Kiruubel inni tokko fiixee isa tokkoon, Kiruubel inni kan biraan immoo fiixee isa kan biraatiin jira ture. Inni kiruubelota tolchee fiixee lamaan qadaadichaa irra isaan kaaʼe. 9 Kiruubelonni lamaan kun qoochoowwan isaanii ol diriirsanii qoochoowwan isaaniitiin qadaadicha ni haguugu.+ Isaan walitti garagalanii jiru turan; fuulli isaaniis gara qadaadichaatti garagalee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi