LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 40:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Achiis Dhugaa Baatuu+ sana fuudhee Taaboticha+ keessa kaaʼe; danqaraawwan+ sanas Taaboticha keessa loose; qadaadichas+ Taaboticha irra kaaʼe.+

  • Ibroota 9:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Iddoo kana keessa qodaan ixaanni itti aarfamuu inni warqii irraa tolfamee+ fi taabonni kakuu+ guutummaan isaa warqiidhaan uwwifame+ jira ture; taabota kana keessas hubboon warqii mannaa qabate,+ uleen Aaron inni late,+ akkasumas gabateewwan+ kakuun irratti barreeffame jira ture; 5 taabota kana gubbaas kiruubelonni ulfina qabeeyyii taʼanii fi qadaada araaraa* golgan jiru turan.+ Amma garuu waaʼee wantoota kanaa tokko tokkoon dubbachuun yeroo isaa miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi