-
Baʼuu 25:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Anis achitti sitti nan mulʼadha; qadaadicha gubbaa irraas sii wajjin nan dubbadha.+ Kiruubelota lamaan warra taabota Dhugaa Baatuu sana irra jiran gidduudhaa ajajawwan Israaʼelotaaf dabarsitu hundumaa sin beeksisa.
-
-
Leewwota 1:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
1 Yihowaanis Musee waamee akkana jedhee dunkaana walgaʼii+ keessaa isatti dubbate:
-