-
Baʼuu 25:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Anis achitti sitti nan mulʼadha; qadaadicha gubbaa irraas sii wajjin nan dubbadha.+ Kiruubelota lamaan warra taabota Dhugaa Baatuu sana irra jiran gidduudhaa ajajawwan Israaʼelotaaf dabarsitu hundumaa sin beeksisa.
-
-
Baʼuu 30:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Atis muraasa isaa tumiitii bulleessi; achiis muraasa isaa bakka ani sitti mulʼadhu, jechuunis Dhugaa Baatuu isa dunkaana walgaʼii keessa jiru fuuldura kaaʼi. Innis isiniif hundumaa caalaa qulqulluu taʼuu qaba.
-