LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Atis golgaa isa taabota Dhugaa Baatuu+ sana bira jiru fuuldura, jechuunis qadaada isa Dhugaa Baatuu irra jiru fuuldura bakka ani sitti mulʼadhu+ sana isa ni keessa.

  • Leewwota 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi.

  • Lakkoofsa 7:89
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 89 Museen Waaqayyoo* wajjin dubbachuuf yeroo gara dunkaana walgaʼiitti seenu+ hundumaatti, qadaada taabota Dhugaa Baatuu sana gubbaa irraa, jechuunis kiruubelota lamaan gidduudhaa+ sagalee isa isaa wajjin dubbatu ni dhagaʼa ture;+ Waaqayyos isaa wajjin ni dubbata ture.

  • Abbootii Murtii 20:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Bara sanatti taabonni kakuu Waaqa dhugaa achitti waan argamuuf,+ sana booda namoonni Israaʼel Yihowaa ni gaafatan.

  • Faarfannaa 80:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 80 Yaa Tiksee Israaʼel,

      Ati inni akka hoolotaatti Yoseefiin geggeessitu,+ dhagaʼi.

      Ati inni kiruubelotaa olitti* teessoo irra teessu,+

      Ifni kee haa ifu.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi