Faarfannaa 25:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa, karaa kee na beeksisi;+Daandii kee na barsiisi.+ Faarfannaa 27:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, karaa kee na barsiisi,+Diinota koo irraa kan kaʼe, daandii qajeelummaa irra na geggeessi. Faarfannaa 86:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+ Faarfannaa 119:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Yaa Yihowaa, daandii dambiiwwan keetii na barsiisi,+Anis hamma dhumaatti isa nan hordofa.+ Isaayyaas 30:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.
11 Yaa Yihowaa, karaa kee na barsiisi,+Diinota koo irraa kan kaʼe, daandii qajeelummaa irra na geggeessi.
11 Yaa Yihowaa, waaʼee daandii keetii na barsiisi.+ Anis dhugaa kee keessa nan deddeebiʼa.+ Maqaa kee akkan sodaadhuuf, garaa koo tokko naaf godhi.*+
21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.