8 Kanaafuu, hojjettoonni dandeettii qaban hundi+ huccuuwwan dunkaanaa quncee talbaa baʼeessa taʼee foʼame, foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee fi foʼaa diimaa irraa tolfaman kudhan irraa godoo qulqulluu+ ni tolchan; innis isaan irratti bifa kiruubelotaa ni dhaʼe.+