LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 “Muka laaftoo+ irraa iddoo aarsaa ixaanni itti aarfamu tokko ni tolchita.+

  • Baʼuu 37:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Itti aansuudhaan muka laaftoo irraa iddoo aarsaa ixaanaa+ tokko ni tolche. Iddoon aarsaa sun dheerinni isaa dhundhuma tokko, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma lama taʼee rogni isaa arfan wal qixa ture. Gaanfonni isaa isaa wajjin tokko taʼanii kan tolfaman turan.+

  • Baʼuu 40:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis iddoo aarsaa ixaanaa+ isa warqii irraa tolfame sana taabota Dhugaa Baatuu sana fuuldura kaaʼi; golgaa balbala godoo qulqulluus iddoo isaatti fannisi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi