LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ilmaan isaa keessaa lubni iddoo isaa buʼuu fi iddoo qulqulluu keessatti tajaajiluuf gara godoo walgaʼichaatti seenu guyyaa torbaaf uffaticha ni uffata.+

  • Baʼuu 29:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 “Ati akka kanaan Aaronii fi ilmaan isaatiif wantan si ajaje hundumaa ni goota. Luboota gootee isaan muuduuf* guyyoota torba ramadda.+

  • Lakkoofsa 3:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Maqaan ilmaan Aaron, inni angafaa Naadaab, achiis Abihuu,+ Eleʼazaarii+ fi Itaamaar+ ture. 3 Maqaan ilmaan Aaron luboota taʼanii dibamanii fi luboota taʼanii akka tajaajilaniif muudamanii* kana ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi