LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Guyyaa guyyaadhaan aarsaa cubbuu gootee jibicha sana ni dhiheessita. Kunis dhiifama gaafachuu fi iddoo aarsaa sana qulqulluu gochuuf gargaara. Kana malees, iddoon aarsaa sun waaqeffannaa Waaqayyootiif adda baʼuu isaa argisiisuuf iddoo aarsaa sana irratti zayitii facaasta.+

  • Leewwota 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sababiin isaas, lubbuun foonii dhiiga keessa jira;+ anis akka araara isiniif* argamsiisuuf iddoo aarsaa irratti isa isiniif kenneera;+ kunis kan taʼe, karaa lubbuu isa keessa jiruun araarri akka argamu kan godhu dhiiga sana waan taʼeefi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi