- 
	                        
            
            Baʼuu 16:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Aaron guutummaa yaaʼii Israaʼelitti dubbatee akkuma xumureenis, isaan gara lafa onaatti garagalan; kunoo, ulfinni Yihowaas duumessicha keessatti mulʼate.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Baʼuu 40:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
34 Duumessi sun dunkaana walgaʼii ni uwwise; ulfinni Yihowaas godoo qulqulluu sana ni guute.+
 
 -