LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 24:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Dhukkubni nadaayii* yommuu kaʼu, wanta luboonni Leewwota taʼan isin ajajan hundumaa of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Wantuma ani isaan ajaje of eeggannoodhaan raawwadhaa.

  • Hisqiʼel 44:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “‘Isaan garaa garummaa wanta qulqulluu taʼee fi wanta kan biraa gidduu jiru saba koo haa barsiisan; garaa garummaa wanta xuraaʼaa taʼee fi wanta qulqulluu taʼe gidduu jirus isaan ni barsiisu.+

  • Miilkiyaas 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Lubichi yeroo hundumaa afaan isaa irraa beekumsa qabaachuu qaba; namoonnis seera* afaan isaa keessaa baʼu barbaaduu qabu;+ sababiin isaas, inni ergamaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.

  • Luqaas 17:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Innis yommuu isaan argu, “Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis utuma deemaa jiranii ni fayyan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi