Leewwota 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Namni tokko dhiitoon, cittoon yookiin roobbiin gogaa isaa* irratti yoo baʼee fi wanti kun akka dhukkuba nadaayii*+ yoo taʼe, inni gara Aaron lubichaatti yookiin ilmaan isaa warra luboota taʼan keessaa gara isa tokkootti haa geeffamu.+ Leewwota 13:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Lubichis yeroo madaa afaan bane argutti, namichi xuraaʼaa taʼuu isaa ni labsa.+ Madaan afaan bane xuraaʼaa dha. Kun dhukkuba nadaayii ti.+ Maarqos 1:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 “Eenyutti iyyuu homaa akka hin dubbanne of eeggadhu; garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi; isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe. Luqaas 17:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Innis yommuu isaan argu, “Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis utuma deemaa jiranii ni fayyan.+
2 “Namni tokko dhiitoon, cittoon yookiin roobbiin gogaa isaa* irratti yoo baʼee fi wanti kun akka dhukkuba nadaayii*+ yoo taʼe, inni gara Aaron lubichaatti yookiin ilmaan isaa warra luboota taʼan keessaa gara isa tokkootti haa geeffamu.+
15 Lubichis yeroo madaa afaan bane argutti, namichi xuraaʼaa taʼuu isaa ni labsa.+ Madaan afaan bane xuraaʼaa dha. Kun dhukkuba nadaayii ti.+
44 “Eenyutti iyyuu homaa akka hin dubbanne of eeggadhu; garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi; isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.
14 Innis yommuu isaan argu, “Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis utuma deemaa jiranii ni fayyan.+