LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 7:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Akkana jedhii Israaʼelotatti himi: ‘Isin cooma qotiyyoo yookiin cooma xobbaallaa hoolaa yookiin cooma reʼee kam iyyuu hin nyaatinaa.+

  • 1 Saamuʼel 2:15-17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kana malees, namichi aarsaa dhiheessu sun cooma sana gubuu isaa dura+ illee, tajaajilaan lubichaa dhufee, “Foon ani lubichaaf waadu naa kenni. Inni foon dheedhii qofa malee foon affeelame si irraa hin fudhatu” isaan jedha. 16 Yommuu namichi, “Dura cooma isaa haa guban;+ sana booda isa barbaadde* fudhachuu dandeessa” isaan jedhu, inni immoo “Lakki, ammuma naa kenni; taʼuu baannaan humnaanan si irraa fudhadha!” isaan jedha ture. 17 Namoonni sun aarsaa Yihowaadhaaf dhihaatu waan tuffataniif, cubbuun tajaajiltoota sanaa Yihowaa duratti baayʼee guddaa taʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi