LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Lubichis nyaata,* jechuunis aarsaa urgaan isaa gammachiisuu* fi ibiddaan dhihaatu godhee iddoo aarsaa irratti isa ni aarsa. Coomni hundi kan Yihowaa ti.+

  • Leewwota 7:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Namni cooma horii isa aarsaa Yihowaadhaaf ibiddaan dhihaatu godhee dhiheesse sanaa nyaatu kam iyyuu saba isaa gidduudhaa haa balleeffamu.*

  • Leewwota 7:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Lubichi coomni isaa iddoo aarsaa irratti akka aaru godha;+ handaraafni isaa garuu kan Aaronii fi kan ilmaan isaa ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi