Baʼuu 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Waaqolii isaaniitiif hin sagadin yookiin gowwoomfamtee isaan hin tajaajilin; gocha isaaniis hin hordofin.+ Kanaa mannaa, isaan balleessi; siidaawwan waaqeffannaa isaaniis caccabsi.+ Leewwota 20:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Isin akka dambiiwwan saboota warra ani isin duraa ariʼu sanaatti hin deddeebiʼinaa;+ isaan wantoota kana hundumaa waan raawwataniif ani isaan nan jibbe.+
24 Waaqolii isaaniitiif hin sagadin yookiin gowwoomfamtee isaan hin tajaajilin; gocha isaaniis hin hordofin.+ Kanaa mannaa, isaan balleessi; siidaawwan waaqeffannaa isaaniis caccabsi.+
23 Isin akka dambiiwwan saboota warra ani isin duraa ariʼu sanaatti hin deddeebiʼinaa;+ isaan wantoota kana hundumaa waan raawwataniif ani isaan nan jibbe.+