-
Leewwota 18:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Isin akka isaan biyya Gibxii isa isin keessa jiraachaa turtan keessatti raawwatan sanaatti hin raawwatinaa; akkasumas isin wanta isaan biyya Kanaʼaan isa ani itti isin galchu keessatti raawwatan sana hin raawwatinaa.+ Akka dambiiwwan isaaniittis hin deddeebiʼinaa.
-
-
Keessa Deebii 18:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 “Ati gara biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti yommuu seentu, gochawwan jibbisiisoo saboonni sun raawwatan hordofuu hin baratin.+
-