LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ammas isin of eeggannoodhaan sagalee kootiif yoo ajajamtanii fi kakuu koo yoo eegdan, guutummaan lafaa kan koo waan taateef,+ isin dhugumaan saboota hundumaa keessaa anaaf qabeenya addaa* ni taatu.+

  • Baʼuu 33:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Taʼuu baannaan garuu, anii fi sabni kee si duratti fudhatama akka arganne akkamitti beekama? Anii fi sabni kee saba lafa irra jiru hundumaa irraa adda akka taane kan beekamu,+ yoo ati nuu wajjin deemte mitii ree?”+

  • 1 Mootota 8:53
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, yommuu abbootii keenya Gibxiidhaa baaste akkuma karaa tajaajilaa kee Musee dubbattee turtetti, saba lafa irraa hunda keessaa isaaniin addaan baastee dhaala kee godhatteetta.”+

  • 1 Pheexiros 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isin garuu isa dukkana keessaa gara ifa isaa isa dinqisiisaa taʼetti isin waame sanaaf,+ “ulfina isaa* balʼinaan akka labsitaniif,+ saba filatamaa, luboota mootota taʼan, saba qulqulluu,+ saba Waaqayyo qabeenya addaa godhachuuf fudhate”+ dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi