Keessa Deebii 24:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Namni tokko haadha manaa fuudhee wanta qaanessaa ishii irratti arguu isaatiin kan kaʼe yoo ishiitti gammaduu baate, waraqaa ragaa ishii hiikuu isaa argisiisu barreessee ishiidhaaf erga kennee booda+ mana isaatii ishii haa baasu.+ Hisqiʼel 44:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dubartii abbaan manaa irraa du’e yookiin dubartii abbaa manaa ishii wajjin wal hiikte fuudhuu hin qaban;+ taʼus durba sanyii Israaʼel taate yookiin dubartii haadha manaa lubaa turtee fi abbaan manaa irraa duʼe fuudhuu ni dandaʼu.’+
24 “Namni tokko haadha manaa fuudhee wanta qaanessaa ishii irratti arguu isaatiin kan kaʼe yoo ishiitti gammaduu baate, waraqaa ragaa ishii hiikuu isaa argisiisu barreessee ishiidhaaf erga kennee booda+ mana isaatii ishii haa baasu.+
22 Dubartii abbaan manaa irraa du’e yookiin dubartii abbaa manaa ishii wajjin wal hiikte fuudhuu hin qaban;+ taʼus durba sanyii Israaʼel taate yookiin dubartii haadha manaa lubaa turtee fi abbaan manaa irraa duʼe fuudhuu ni dandaʼu.’+