LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo kanatti Naaʼomiin haadha manaa ilma ishiitiin, “Yihowaan inni jaalala isaa isa amanamaa warra jiranittis taʼe warra duʼanitti argisiisuu+ hin dhiisne isa haa eebbisu” jette. Naaʼomiin itti fufuudhaan, “Namichi fira keenya+ isa nu furuuf* mirga qabu dha”+ jette.

  • Ruut 4:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu, akkana jedhee dhimma kana si beeksisuufan yaade: ‘Namoota as jiraatanii fi jaarsolii saba keenyaa kana duratti laficha bitadhu.+ Bitachuu yoo barbaadde bitadhu. Bitachuu hin barbaaddu taanaan garuu, bitachuuf jalqaba mirga kan qabu siʼi, sitti aansee immoo ana waan taʼeef na beeksisi.’” Namichis, “Bitachuu nan barbaada”+ jedhee deebise. 5 Achiis Boʼaaz, “Guyyaa Naaʼomii irraa laficha bitattutti, dhaalli isaa maqaa namicha duʼe sanaatiin akka waamamuuf, Ruut nama biyya Moʼaab ishii haadha manaa namicha duʼe sanaa taate irraas bitachuu qabda”+ isaan jedhe. 6 Namichi furu sunis akkana jedhe: “Dhaala koo na dhabsiisuu waan dandaʼuuf, ani furuu hin dandaʼu. Ani furuu waan hin dandeenyeef, mirga ani furuuf qabutti fayyadamiitii ofii keetiif furi.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi