Baʼuu 22:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+ Baʼuu 23:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+ Leewwota 19:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha. Keessa Deebii 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Inni mucaa abbaa* hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef haqaan ni murteessa;+ nama biyya ormaa ni jaallata;+ nyaataa fi uffatas isaaf ni kenna.
21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+
9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+
34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
18 Inni mucaa abbaa* hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef haqaan ni murteessa;+ nama biyya ormaa ni jaallata;+ nyaataa fi uffatas isaaf ni kenna.