-
Keessa Deebii 11:13-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Isin ajajawwan koo warra ani harʼa isin ajaju dhimmitanii yoo eegdan, Waaqa keessan Yihowaa yoo jaallattan, garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaanis isa yoo tajaajiltan,+ 14 ani lafa keessaniif yeroo isaatti bokkaa, jechuunis bokkaa birraa fi bokkaa arfaasaa nan kenna; atis midhaan kee, wayinii kee isa haaraa fi zayitii kee walitti ni qabatta.+ 15 Horiiwwan keetiif dirree kee keessatti biqiltuu nan biqilcha; atis nyaattee ni quufta.+
-