LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yihowaan saboota gidduutti isin bittinneessa;+ isin keessaa namoota muraasa qofatu saboota Yihowaan itti isin ariʼu gidduutti hafa.+

  • Keessa Deebii 28:48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 48 Yihowaan diinota kee sitti ni erga; atis beeloftee,+ dheebottee, daartee, akkasumas wanta hundumaa dhabdee utuu jirtuu isaan tajaajilta.+ Innis haxaaʼee hamma si balleessutti waanjoo sibiilaa morma kee irratti ni feʼa.

  • Ermiyaas 42:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namoonni gara Gibxii dhaqanii achi jiraachuuf kutatan hundis goraadeedhaan, beelaa fi golfaadhaan* ni duʼu. Tokkoon isaanii illee badiisa ani isaan irratti fidu irraa hin oolan yookiin hin miliqan.”’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi