LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 32:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Kanaafuu, Museen bulchiinsa Sihoon+ isa mootii Amoorotaa taʼe sanaa fi bulchiinsa Oog+ isa mootii Baashaan taʼe sanaa, jechuunis biyya isa naannoowwan sana keessatti qabeenya magaalota isaa taʼee fi magaalota biyya isa isatti marsee argamu sanaa isaaniif, jechuunis ilmaan Gaadii fi ilmaan Ruubeniif,+ akkasumas walakkaa gosa Minaasee+ isa ilma Yoseef taʼeef ni kenne.

  • Iyyaasuu 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Mootonni biyyattii warri Israaʼelonni moʼan, warri Israaʼelonni biyya isaanii isa Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argamu, Sulula* Arnoon+ irraa jalqabee hamma Gaara Hermoonitti,+ akkasumas guutummaa Arabaa isa gara bahaatiin argamu+ dhaalaan jalaa fudhatan sun kanneen kana dha:

  • Iyyaasuu 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe isaaniif kennetti, Ruubenonnii fi Gaadonni gosa walakkaa isa hafee wajjin dhaala isaanii isa Museen Yordaanos irraa kallattii bahaatiin isaaniif kenne fudhataniiru:+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi