LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kutaa Giiliyaad isa hafee fi guutummaa Baashaan isa bulchiinsa Oog taʼe immoo walakkaa gosa Minaaseetiif nan kenne.+ Guutummaan naannoo Argoob inni kan Baashaan taʼe biyya Refaayim jedhama ture.

  • Iyyaasuu 13:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Walakkaan Giiliyaad, Ashtaarotii fi Edraay+ warri magaalota bulchiinsa Oog mootii Baashaan taʼan ilmaan Maakiir+ ilma Minaaseetiif, akka maatii maatii isaaniitti walakkaa ilmaan Maakiiriif ni kenname.

  • Iyyaasuu 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Minaaseen+ ilma angafaa+ Yoseef waan taʼeef, carraan+ sun gosa isaatiif ni baʼe. Maakiir+ inni ilma angafaa Minaasee taʼee fi abbaa Giiliyaad taʼe goota waan tureef, Giiliyaadii fi Baashaaniin+ ni fudhate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi