LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 7:6-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, Museen gaariiwwan sanaa fi loon sana fuudhee Leewwotaaf ni kenne. 7 Akka hojii isaaniitiif barbaachisuttis gaariiwwan lamaa fi qotiyyoowwan afur ilmaan Geershoniif ni kenne;+ 8 achiis akka hojii isaanii isa qajeelfama Itaamaar ilma Aaron lubichaa jala taʼuudhaan hojjetaniif barbaachisutti gaariiwwan afurii fi qotiyyoowwan saddeet ilmaan Meraariitiif ni kenne.+ 9 Haa taʼu malee, hojiin ilmaan Qehaat iddoo qulqulluutti tajaajiluu waan taʼeef,+ akkasumas isaan wantoota qulqulluu taʼan gateettii isaaniitti waan baataniif,+ inni homaa isaaniif hin kennine.

  • 1 Seenaa Baraa 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Daawit, “Yihowaan Taabota Yihowaa akka baatanii fi yeroo hunda akka isa tajaajilan waan isaan filateef, Leewwotaan alatti eenyu iyyuu Taabota Waaqa dhugaa hin baatu”+ kan jedhe yeroo kanatti ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi