LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 3:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Itti gaafatamummaan ilmaan Geershon+ dunkaana walgaʼii keessatti qaban, godoo qulqulluu fi dunkaana+ isaa, wanta isa irraan uwwifamuu+ fi golgaa+ balbala dunkaana walgaʼii, 26 golgaawwan mooraa isaa,+ golgaa+ karra mooraa isa godoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti marsee jiruu fi funyoowwan dunkaanaa kunuunsuu, akkasumas tajaajila wantoota kanaa wajjin wal qabate hundumaa raawwachuu ture.

  • Lakkoofsa 4:24-26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Wanti maatiiwwan Geershonotaa akka kunuunsanii fi akka baataniif isaaniif ramadame kana dha:+ 25 Isaan huccuuwwan dunkaana godoo qulqulluu,+ dunkaana walgaʼii, wanta isa irraan uwwifamu, gogaa tahaash isa gubbaadhaan uwwifamu,+ golgaa balbala dunkaana walgaʼii,+ 26 golgaawwan mooraa+ sanaa, golgaa balbala mooraa+ isa godoo qulqulluuttii fi iddoo aarsaatti marsee jiru sanaa, funyoowwan dunkaanaa fi miʼawwan isaanii hundumaa, akkasumas wantoota tajaajila isaatiif oolan hundumaa ni baatu. Kun hojii isaanii ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi