-
Lakkoofsa 7:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 ajajjoonni Israaʼel+ warri dura buutota manneen abbootii isaanii taʼan kennaa ni dhiheessan. Ajajjoonni gosootaa warri hojii galmeessuu ol aantummaadhaan toʼachaa turan kun,
-
-
Keessa Deebii 1:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Anis dura buutota gosoota keessanii warra ogeeyyii taʼanii fi muuxannoo qaban fuudhee ajajjoota kumaa, ajajjoota dhibbaa, ajajjoota shantamaa, ajajjoota kudhanii fi geggeessitoota gosoota keessanii godhee isin irratti isaan nan muude.+
-
-
Keessa Deebii 5:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “Haa taʼu malee, isin dukkanicha keessaa sagalee sana akkuma dhageessaniin, utuma gaarichi ibiddaan gubachaa jiruu+ dura buutonni gosoota keessanii fi jaarsoliin hundi gara koo ni dhufan.
-