Lakkoofsa 13:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Amaaleqonni+ biyya Negeeb+ keessa jiraatu; Heetonni, Yebuusonnii+ fi Amooronni+ naannoo gaarotaa keessa jiraatu; Kanaʼaanonni+ immoo galaanicha bira,+ akkasumas Yordaanos qarqara jiraatu.”
29 Amaaleqonni+ biyya Negeeb+ keessa jiraatu; Heetonni, Yebuusonnii+ fi Amooronni+ naannoo gaarotaa keessa jiraatu; Kanaʼaanonni+ immoo galaanicha bira,+ akkasumas Yordaanos qarqara jiraatu.”