LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Waaqayyo ammas Museedhaan akkana jedhe:

      “Israaʼelotaan akkana jetta: ‘Yihowaa isa Waaqa abbootii keessanii, Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Yaaqoob+ taʼetu gara keessanitti na erge.’ Bara baraaf maqaan koo isa kana;+ dhalootaa hamma dhalootaattis kanaan nan yaadatama.

  • Baʼuu 6:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe: “Ani Yihowaa dha. 3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi