LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 26:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis lafattiin banamtee* isaan liqimsite. Qoraan immoo yeroo ibiddi namoota 250 nyaatetti deggertoota isaa wajjin ni duʼe.+ Isaanis fakkeenya akeekkachiisaa taʼan.+

  • Keessa Deebii 11:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 yookiin guutummaan Israaʼel utuma arguu yommuu lafti banamtee isaaniin, maatiiwwan isaanii, dunkaanota isaanii fi uumamawwan jiraatoo isaan duukaa buʼan hundumaa liqimsitetti, wanta inni Daataanii fi Abiraam warra ilmaan Eeliyaab taʼan irratti godhe hin argine; Eeliyaab ilma Ruubeni.+

  • Faarfannaa 106:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis lafti banamtee Daataaniin liqimsite,

      Warra Abiraamii wajjin walitti qabaman irrattis ni deebite.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi