-
Baʼuu 29:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Achiis handaraafa korbeessa hoolaa isa yeroo luboonni muudamanitti sirna geggeeffamu+ irratti Aaroniif dhihaatu sanaa fuudhiitii asii fi achi sochoosuudhaan Yihowaa duratti aarsaa sochoofamu godhii dhiheessi; innis gaʼee kee ni taʼa.
-
-
Leewwota 7:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Ani aarsaawwan gamtaa isa Israaʼelonni dhiheessan irraa handaraafa horii aarsaa sochoofamu taʼee dhihaatee fi luka isa gaʼee qulqulluu taʼee dhihaate nan fudhadha; Israaʼelotaaf dambii dhaabbataa akka taʼuufis Aaron lubichaa fi ilmaan isaatiif nan kenna.+
-