LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis namni qulqulluu taʼe tokko+ hiisoophii+ fuudhee bishaanicha keessa erga cuuphee booda dunkaanicha irratti, miʼawwan sana hundumaa irratti, namoota* achi turan irratti, akkasumas nama lafee yookiin nama ajjeefame yookiin reeffa yookiin iddoo awwaalchaa tuqe sana irratti ni facaasa.

  • Ibroota 9:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Dunkaanni kun yeroo ammaatiif fakkeenya dha;+ akka qophii kanaattis kennaawwanii fi aarsaawwan ni dhihaatu turan.+ Taʼus, wantoonni kun qalbiin nama tajaajila qulqulluu dhiheessu sanaa guutummaatti qulqulluu akka taʼu gochuu hin dandaʼan.+ 10 Wantoonni kun nyaataa fi dhugaatii, akkasumas sirna dhiqannaa*+ garaa garaa wajjin qofa kan wal qabatani dha. Isaan ulaagaawwan seeraa dhaqna ilaalchisee kennaman+ siʼa taʼan, hojii irra kan oolan hanga yeroon wantoota sirreessuuf murteeffame sun gaʼutti dha.

  • Ibroota 9:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dhiigni reʼootaa fi dhiigni jibootaa,+ akkasumas daaraan goromsaa warra xuraaʼan irratti facaafamu foon ni qulqulleessa erga taʼee,+ 14 dhiigni Kiristoos+ isa hafuura bara baraatiin mudaa malee ofii isaa Waaqayyoof dhiheesse sanaa, Waaqa jiraataadhaaf tajaajila qulqulluu dhiheessuu akka dandeenyuuf+ qalbii keenya hojiiwwan duʼan irraa caalaatti hin qulqulleessuu ree?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi