LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 32:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Kanaafuu, Museen bulchiinsa Sihoon+ isa mootii Amoorotaa taʼe sanaa fi bulchiinsa Oog+ isa mootii Baashaan taʼe sanaa, jechuunis biyya isa naannoowwan sana keessatti qabeenya magaalota isaa taʼee fi magaalota biyya isa isatti marsee argamu sanaa isaaniif, jechuunis ilmaan Gaadii fi ilmaan Ruubeniif,+ akkasumas walakkaa gosa Minaasee+ isa ilma Yoseef taʼeef ni kenne.

  • Nahimiyaa 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Ati mootummootaa fi saboota hihirtee isaaniif kennite;+ isaanis biyya mootii Heshboon+ kan taʼe biyya Sihoon,+ akkasumas biyya mootii Baashaan kan taʼe biyya Oog+ ni dhaalan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi