-
1 Seenaa Baraa 5:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ilmaan Ruuben+ isa ilma angafaa Israaʼel taʼe sanaa kanneen kana dha. Inni ilma angafaa taʼus, siree abbaa isaa waan xureesseef*+ mirgi angafummaa isaa ilmaan Yoseef+ isa ilma Israaʼel taʼeef ni kenname; kanaafuu, inni warra dhalootaan mirga angafummaa qaban keessatti hin galmeeffamne. 2 Yihudaan+ obboloota isaa kan caaluu fi inni geggeessaa taʼu karaa isaa kan dhufe+ taʼus, mirgi angafummaa kan kenname Yoseefiif ture.
-