LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 18:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Ilmaan isaa fi maatiin isaa warri isa booda dhufan wanta sirrii fi haqa taʼe raawwachuudhaan daandii Yihowaa akka eegan akka isaan ajajuuf, ani Abrahaamiin beekeera;+ kunis Yihowaan wanta Abrahaamiin ilaalchisee waadaa gale akka raawwatuufi.”

  • Keessa Deebii 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Wantoota ijji keessan arge kana akka hin irraanfannee fi umurii keessan guutuu garaa keessan keessaa akka hin badneef of eeggadhaa;* dammaqoos taʼaa. Ijoollee keessanii fi ijoollee ijoollee keessanittis beeksisaa.+

  • Fakkeenya 22:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Daaʼima* karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;+

      Innis yeroo dulloomutti illee isa irraa hin goru.+

  • Efesoon 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Isin abbootiin, ijoollee keessan hin aarsinaa;+ kanaa mannaa, adabaa+ fi gorsa* Yihowaatiin*+ isaan guddisaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi