Keessa Deebii 33:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+ Sabni akka kee+ Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+ Inni gaachana+ eegumsaa kee,Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha. Diinonni kee si duratti ni hollatu,+Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.” Faarfannaa 147:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan. Yaahiin jajadhaa!*+
29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+ Sabni akka kee+ Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+ Inni gaachana+ eegumsaa kee,Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha. Diinonni kee si duratti ni hollatu,+Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.”
20 Inni saba kan biraa kamiif iyyuu akkana hin goone;+Isaan waaʼee murtiiwwan isaa homaa hin beekan. Yaahiin jajadhaa!*+