LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, cubbuun Amoorotaa amma iyyuu safarri isaa waan hin guunneef,+ isaan dhaloota arfaffaatti asitti ni deebiʼu.”+

  • Keessa Deebii 12:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii illee waaqolii isaaniitiif ibiddaan gubuudhaan, wanta jibbisiisaa Yihowaan jibbu hundumaa waaqolii isaaniitiif ni godhu; ati garuu Waaqa kee Yihowaadhaaf wanta akkanaa hin godhin.+

  • Keessa Deebii 18:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Ati gara biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennutti yommuu seentu, gochawwan jibbisiisoo saboonni sun raawwatan hordofuu hin baratin.+

  • Keessa Deebii 18:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, namni wantoota kana raawwatu kam iyyuu Yihowaa duratti jibbisiisaa dha; Waaqni kee Yihowaan si duraa isaan ariʼaa kan jirus gochawwan jibbisiisoo kanaan kan kaʼe dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi