Baʼuu 32:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis inni warqii sana isaan irraa fuudhee, miʼa boca ittiin baasaniin bocee siidaa jabbii* godhee tolche.+ Isaanis, “Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana dha” jechuu jalqaban.+ Baʼuu 32:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, aarii koo isa bobaʼaadhaan haxaaʼee isaan nan balleessa; siin garuu saba guddaa nan godha.”+
4 Achiis inni warqii sana isaan irraa fuudhee, miʼa boca ittiin baasaniin bocee siidaa jabbii* godhee tolche.+ Isaanis, “Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana dha” jechuu jalqaban.+
10 Kanaafuu, aarii koo isa bobaʼaadhaan haxaaʼee isaan nan balleessa; siin garuu saba guddaa nan godha.”+