LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Itti dabaluudhaanis, “Ani Waaqa abbaa keetii, Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Yaaqoobi”+ isaan jedhe. Achiis Museen Waaqa dhugaa ilaaluu waan sodaateef, fuula isaa ni dhokse.

  • Baʼuu 6:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kana malees biyya ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf kakadhetti* isin nan galcha; isas dhaalaan isiniif nan kenna.+ Ani Yihowaa dha.’”+

  • Keessa Deebii 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Ati biyya isaanii dhaalaan fudhachuuf kan seentu qajeelummaa keetiin yookiin qajeelina garaa keetiitiin kan kaʼe miti. Kanaa mannaa, Waaqni kee Yihowaan saboota kana si duraa kan ariʼu hammina isaaniitiin kan kaʼe dha;+ akkasumas kakuu Yihowaan abbootii kee Abrahaam,+ Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif+ kakate raawwachuuf jedhee ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi