LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaa mannaa, gara bakka Waaqni keessan Yihowaan maqaa isaatiif, akkasumas iddoo jireenyaa isaa akka taʼuuf guutummaa gosoota keessanii gidduudhaa filatu sanaa dhaqaatii achitti isa waaqeffadhaa.+ 6 Aarsaawwan keessan warra gubaman,+ aarsaawwan keessan warra kaan, kurnoowwan keessan,*+ buusii harka keessan irraa kennitan,+ kennaawwan wareegaa keessan, kennaawwan keessan warra fedhiidhaan kennitan,+ akkasumas loonii fi bushaayee keessan keessaa warra jalqaba dhalatan achitti geessitu.+

  • Keessa Deebii 14:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yeroo hundumaa Waaqa kee Yihowaa sodaachuu akka barattuufis,+ midhaan kee, daadhii wayinii kee isa haaraa fi zayitii kee keessaa harka kudhan keessaa harka tokko, akkasumas loonii fi bushaayee kee keessaa isa dura dhalate, Waaqa kee Yihowaa duratti bakka maqaan isaa achi akka jiraatuuf filate keessatti ni nyaatta.+

  • Keessa Deebii 16:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa akka achi jiraatu filatuttis ati, ilmi kee, intalli tee, garbichi kee, garbittiin tee, Leewwonni magaalota* kee keessa jiran, namni biyya ormaa, daaʼimni abbaa hin qabnee* fi dubartiin abbaan manaa irraa duʼe, warri si gidduutti argaman Waaqa kee Yihowaa duratti ni gammaddu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi