Baʼuu 12:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Isaan foonicha galgaluma kana haa nyaatan.+ Foonicha ibiddaan waadanii maxinoo+ fi baala hadhaaʼaadhaan+ haa nyaatan. 2 Seenaa Baraa 35:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Isaan akkuma barsiifata yeroo sanaatti aarsaa Faasikaa ibiddaan ni bilcheessan;*+ aarsaawwan qulqulluu sana distiitti, sataateettii fi eelee irratti bilcheessanii, yeruma sana namoota hafan hundumaatiif ni kennan.
8 “Isaan foonicha galgaluma kana haa nyaatan.+ Foonicha ibiddaan waadanii maxinoo+ fi baala hadhaaʼaadhaan+ haa nyaatan.
13 Isaan akkuma barsiifata yeroo sanaatti aarsaa Faasikaa ibiddaan ni bilcheessan;*+ aarsaawwan qulqulluu sana distiitti, sataateettii fi eelee irratti bilcheessanii, yeruma sana namoota hafan hundumaatiif ni kennan.